Thursday, 1 December 2016

Fuuldura Jireenna Loon Keennaa

akkam nagaa jirtuu hiriyyoonni fi ilmaan teennaa hundii keessaanuu?. anis nagaa dha. kuni mat-dureen armaan olitti tuquuf yaalee kun waa'ee yaadaa gaabaabaa (episodic) xiqqoo jiruu fi jireenyaa ilmaan (sanyiin) margaa lafaarraa duguugamuu, sanyii namaa fi beeyladaatiin  agariisaa. kanaa keessa gaafilee gugurdoo hedduuttuu jiraa anaaf. isaanis 
  1. duguugamuun sanyii margaa namaaf beeyladaan jenneerra. kanaa keessatti haalaa kamiin?
  2. walittii hidhatii sanyii namaatiif beeyladaa maal fakkaata sanyii margaa lafarraa duguuguudhaaf?
  3. ergaa duguugamtee garuu miidhaan kan qaama duguugamee moo kan qaamaa duguugeeti?
isaan kanniinif hedduun  gaafii mataa kootiiti. haa tahuu namaa, horii fi margii lafaa tanaa walumaan waaqi gubbaatti  uumee. hunduumtuu waliif hirkoo tahuudhaan addunyaa kanaa irraa jiraachaa turan. haallii jiruu jireenyaa akkumaa jijjiiramaa dhufuun ilmii namaa rakkoo haalaa yeroo irraa kahuudhaan qonnaa jalaa qabee. ergaa qonnaa jalqabee garuuu sangaa yokaan loon mataa waltii hidhee meeshaalee akka akka walti xaxee sagaalee isaa lafaa keessa argachuuf dursaa magaa horii ykn sagalee sangaa sanii (margaa) lafarraa haxaawaa. sabaaba kanaaf sanyiin margaa hedduu baddee, kanattii aansee sanyiin loonii hedduun haqattoo nyaataatiin rakkoo hedduu keessaa seenee . anii isaa kanaaf deebi loonumaaf dhiisee????????? isii loon isan jireenya keessan akkasumaan ittii fuftan moo itti hin fuftan??? barbaaddan callisaa, barbaaddan dubbadha?? ka isanii tahuu gulaa bahaa... wannii anin isanii dhaamuu gabaabduu bori naa hin koomatinaa.............. ani dhaamsaa gaafi tiyyaa tokkottumaa isan  gaafadhee........ sullee shakkumaaf dhaamee ................................ kutaan lamaffaa ittii fufaa.........................

No comments:

Post a Comment