OMN yokaan
ka yoo dheeressanii barreessan oromoo miidiyaa network jedhamuuf hojjattoota
miiidiyaa kana hundii keessanuu nagaa fayyaa qabduu isaniin jedhaa. Knattii aansee uummatii
oromoo ummataa aadaa fi seenan isaa dhokatee hafee dha harkaaf hojii namaatin. Akkasuma hardhaa garuu karaa ummanni oromoo
ittiin hafuura baafateen fi karaa murteessaa qabsoo oromoo milkeessuu keessaa innii guddaan ykn tokkoffaan OMN. kunin ammoo yaadaa dhokataa hanga ammaattii qabsoo oromoo sakaalee taawun gad fuudhanii diida kaawuuu.
Ammaa yaada
kiyyaa ka kurfeeffadhee kaasuu barbaaduu
yaada ODF ka obboo leencoo lataan ogganamuu namaa dheengaddaa OMN waliin haasa taasisee irrattii akka xinxala
daragaaggoo oromoo tokkoottii yaada gabaaba diqqaa tokko isaaniiin gawuu
barbaada. Kunin ammo maal yoo jettaan akkuma haasa isaa irraa hubachaa jirruu
qabsoo oromoo milkaawuu dhowwee hangaa hardhaa sakaalee kaa taayen obboo
leencoo lataa tawuun isaa eennufuu ifaa. Akkasuma ammallee namii paartii
siyaasa tokko hogannuu ka beekkumsaa barnoota fi muuxannoo biyyaa alaallee, umriinis ta'ee qabuu yaadii innii namaa dhiyeessu ammo yaada nama amansiisee isaa faanaa nama
hojjachiisuu nattii hin fakkaatuu. Ammaa ammoo kaayoo qabsoo addaa bilisummaa
oromoo keessattii dalaga addaan nama qooduu waan dhabeef jechaa ummaatta
oroomoo ka biiyyaa keessaa garbummaa umrii guutuu jalattii kufsiissuf karoora inni mootummaa garboomsa biyyaatti waliin baafatee dha. Kanaafu karoorii
odf kunin karoora oromoo biyyaa jiraniif tokkumma dhowwaniin keessa isaa
tokkoodhaa. Kanaafuu eennuuyyu yaada nama kana hubachuun gulaa fiiguu akkaa hin
qabnetti nattii mullata. Kanaaf namoottan yaada obbo leencoo lataa kana jala
fiigan namoota tokkumma oromootif yaadaa tokkolle hin qabnee dha. Yeroon ummattii oroomoo garbummaa hamaan
qabamee hidhaamaa jiruu, reebamaa jiruu, du’aa jiruu kanatti yeroon hamaan kana caaluu
waan jiruu natti hin fakkaatuu. garuu akkaa yaada isaattii ethiopiaa
bakka gugurdaaa 3ttii qooodun ilaallee Ethiopia kaleessa ka oromoo
awwaaluu barbaadduu, Ethiopia hardhaa ka mirgaa saboota wal hin qixxeessiine
garuu ka oromoo akkaa sabaattii ilaaltuu, 3ffa Ethiopia borii ka sabaa hundaa walqixxumma isaaa ilaaltu
jedhaa. Garuu nuuf Ethiopian hardhaa
waraabessaa foon ilmaan oromoo naasuu tokko malee nyaatu dha. Kanaafuu namii
kunin ykn leencoo lataa nama duraanuu ilmaan oromoo gurgurachaa turee ka hardhallee nyaatee hin quufin tawuu isaa
namuufuu ifaa. tanaafuu jabaannee ufirraa haa eegnuu isaniin jedhaa.
No comments:
Post a Comment