Friday, 6 June 2014

Waamicha miseensa gumii

Gumii oolmaa bultiin teessan nagayaa? nageenni keessan badhaadha? dhiyeenna kana eegii rabshaan dheengadda yuuniversity ethiopia keessa hundaa keessa turtee as ggg irrattii hin mullachuu hin dandeennee sababa rakkoo connectionati fi haaluma research eebbaa tokkoof guddoo busy ta'ee tanaaf isan irraa badee dhiifamaa naa tolchaa isaniin jedhaa.  tanattii aansee nuu miseensii ggg duriillee waan waliin lafa keeyyannee qabnaa, waan irrattii hojjachuutti jiruu qabna, waan karoora isii lafaa keeyyannee itti deema jirruu qabna.waan kakkana keessa waldeennaan teenna ta ji'aa boqonnaa isii tokkoo duriillee yaadii kunin fulumaa ejjuu qabaa amma mee namuu update uf-tolchaa,. namoottan hedduun ka  kara e-mail , facebooki, waan hedduun yaada keessan na biraan ga'aa jirtan ufumaa argaa busy ta'ee horaa bulaa isaniin jedhaa

No comments:

Post a Comment