Saturday, 7 June 2014

miseensaf

miseensii keenna ka  GGG fi maqaan GGG lleen sababa dhaabateefi fi kaayoo dhaabateef qaba. akkasuma ammalle kaayoo dhaabbateefi fi galmaa mata isaa qabaa. kana namii milkeessuuf hojjatuu numaa miseensaa GGG kana cufaa. duuba dhiiroo guddoo bittinnoofnee, ammoo tulleen qilleensuma baraa ka dhufee dabruu kana malee akki biraalleen keessa hin jiruu. amma bultiin boqonnaa keennalleen yaa geette, waan ji'aa boqonnaa (foorfannoo) kanattii waltii qabanneelle in beettan, ergaan teenna ta gaafasilleen jaarsaa laafa fi abbooti gadaalleen yaayyuu baate, tunin ammaan tana fulaa namii ittii laafuu malee miti. aga dandeennuu carraaquu mallee keessattuu barataan faati.horaa bulaa deeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeebana!!!!!!!!!!!!

No comments:

Post a Comment