Saturday, 7 June 2014
miseensaf
miseensii keenna ka GGG fi maqaan GGG lleen sababa dhaabateefi fi kaayoo dhaabateef qaba. akkasuma ammalle kaayoo dhaabbateefi fi galmaa mata isaa qabaa. kana namii milkeessuuf hojjatuu numaa miseensaa GGG kana cufaa. duuba dhiiroo guddoo bittinnoofnee, ammoo tulleen qilleensuma baraa ka dhufee dabruu kana malee akki biraalleen keessa hin jiruu. amma bultiin boqonnaa keennalleen yaa geette, waan ji'aa boqonnaa (foorfannoo) kanattii waltii qabanneelle in beettan, ergaan teenna ta gaafasilleen jaarsaa laafa fi abbooti gadaalleen yaayyuu baate, tunin ammaan tana fulaa namii ittii laafuu malee miti. aga dandeennuu carraaquu mallee keessattuu barataan faati.horaa bulaa deeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeebana!!!!!!!!!!!!
Friday, 6 June 2014
Waamicha miseensa gumii
Gumii oolmaa bultiin teessan nagayaa? nageenni keessan badhaadha? dhiyeenna kana eegii rabshaan dheengadda yuuniversity ethiopia keessa hundaa keessa turtee as ggg irrattii hin mullachuu hin dandeennee sababa rakkoo connectionati fi haaluma research eebbaa tokkoof guddoo busy ta'ee tanaaf isan irraa badee dhiifamaa naa tolchaa isaniin jedhaa. tanattii aansee nuu miseensii ggg duriillee waan waliin lafa keeyyannee qabnaa, waan irrattii hojjachuutti jiruu qabna, waan karoora isii lafaa keeyyannee itti deema jirruu qabna.waan kakkana keessa waldeennaan teenna ta ji'aa boqonnaa isii tokkoo duriillee yaadii kunin fulumaa ejjuu qabaa amma mee namuu update uf-tolchaa,. namoottan hedduun ka kara e-mail , facebooki, waan hedduun yaada keessan na biraan ga'aa jirtan ufumaa argaa busy ta'ee horaa bulaa isaniin jedhaa
Subscribe to:
Posts (Atom)