dubartoota teenna in jibbinu Nuu dhaltee,waliin dhalannee
obbolummaan ma marartee,hujii teesan irraa gaddee
indubadhuu incallisatti,nutti walmalee omaa inqamnee
dhiraaf dubra waltii laalan,hujii dubartoota manmee
waan ammaa keesan nu jirtaan,afaani udduu walaallee
waan isaan taatan sodaanna,karaayyu
baau dadhamne
cufti fashion jettee,wayya
dhiifte qullaa yaate
ingorfanna itti dubanna,namum bisaan dhakaatti naqee
cuftumaan issi il gogaa,daba akhana takka ingarre
modern jette
qulla yaati,akka wan tun beekumsa taate
akka bari jiru gul-oriine,nuu waltufachuu imalle
dansaf amtulle irratti,gorsa walii kennu malee
gosaaf aadaa teena kabajnan,maanti cite nurra badee
ceera fokkon waaqi nu
dhale,cuf-karaa keesaniin baddee
isii obbolleeyyan tiyyaa,isan
ma ceera nama inqamnee.*2
olitti
dubartooti teena,ceera fokko nama qabdi
ta
bara ammaa tana,cufa quba ila nama kaau gamti
tamaarte
baruumsa qabdi,gorsaa namatu caqafti
Fuula
jaroota qarqattu,karaa irraa olii gad-marti
jaarotaan
inmarii'attu,garuum feete deemtte galti
abba
adhaa obbolleessa,waan irraa ceertufu qadbi
waan
nami irra injaalanne,waan amaamtu tokkotti gamti
mata
dhalootatiinini,cuftii mataa dhibii qabdi
shiidaf
iskattiin daaluma,hedduun isii hidhaa qabdi
ta
hidhaa in naqanneelle,wayaan isii naf qaqabdi
cufa ilum walii laaltii,wom
haraa bibbitte galti
nafum
ufii dhidhiiqattee iltii kulaa, afaan wa diddiibatti
taa
duraan beekaniinini,cuftii bifa dhibii qabdi
gorsuu
feena dandeenna,dubbiiyyuu nuu jala qabdi
callisullee
indandeennu,iltii waan amttuu nu garti
gaafachullee
indandeennuu,cuftummaanu mirgaa qabdi
mirgaa
isii tundhaa injennee,bori iftallee mirgaa inqabdi
waanni callissu dadhamneef,gostii
teennaa aadaa qabdi
issiillen obbolla teenna,maqaa 1 nu waliin
qabdi
gostii
cuf-ammaa ufbarte,yaada aadaa guddiissuu qabdi
yoo callimnee
ittii laallee,aadaan dansaan tun inbaddi
nullee tanatti nuu dubbiisse,aadaa irraatti midhaa
qabdii.*2
karum keessa khanan,ormii
nukeessa galutti jira .
jabbeenna lafiinna
gosaa,kuno cufa barutti jira
woma dhofachu indandeennu,wan nu taanu cuf-argutti jira
man nutti ormaan fira,finna waltii qamnutti jira
akka warratti nu dhabani,cuftii jireenna khenna jibba
karaa dandau cufaanu,amtuu nurratti yaadutti jira
isaninii wantee tolfatee, boba jal-nu galutti jira
mana keennattu olgalee,gulanta nu dabrutti jira
siriin uummata keenna,isaniin bautti jiraa
waa khana
ufirra laala beenni isaniin badutti jira*2
No comments:
Post a Comment