Tokkumma tokkumma
Tokkumma jechuun maal
jechuu dha?? Gama finna boooranatin wal
qabsiisee tokkumaan maal fakkaata? Kana gochuuf ilmaan boorana kan ta’ee gaafin
kunin mata isaa keessatti iddoo guddaa qabaachuu qaba. Kurraazii kurrraazii,
kan gaasiis ta’uu keessii isaa bishaani, kan gubbaan isa sibiila, kan kirriin
ykn funyoon qallaan sibiila kan gad seene bishaan garaa isaa keessa keessa seenuu. Kan qaami isaa waan hedduu kan
hojiin isaa tokko. Nuu duuba aga namii biftii, amantiin, gostii, saali, siiyaasnii,
ilaalchii garaagara kun tokko ta’ee gamaa fiinnaa booranatti fuula hin defaatin jijjiiramii hirriibaf yaadan dhufa
jenne eegun wallaacha guddaa. Kanaan dura seena boorana kaa jarroota fi
goototti hin baratin wagga hedduun dura keessa darban yoo ilaallee, kan
dhaloota amma ka nama baratee degrii,
diploma, titaayi, sertifikeetti, masterii fi piroofeessara muumme hin qabnee
kan qabuun yoo wal bira qabnee ilallee guddoo wal madaalun nama dhibaa. Kanaaf
furmaatii maal jettanii yaadduu isan dhalataan boorana?????. Qilleensa baramaa
jettii oromoon ( ijoollen barana tulluu nama duriitti gargar baane) qilleensa
lafa gogaa irra guddoo gad bubbiisa jiraa,
isaan homa arguutti jirtuu??? Keessan qilleensii lafa jiitu irree dhabee,
tokkumma dhabee, muxannoo ddhabee, bubbisee buuyyoo mana irra jissuu dhiisii,
awwaarallee lafa kaasuu dadhabe. Qilleensii lafa gogaa ammo biyyee lafa kaasuu
dhiisi lafaa teessanu fuudhee deema jira. Ilmaan teessan ta buubbee tanattii
dallantuu guurtee qilee aa banooyyetti
guurtii gartuu. Yaa ilmaan boorana mee maal nuu wayyaa?????????????????/
No comments:
Post a Comment