Thursday, 1 December 2016

Fuuldura Jireenna Loon Keennaa

akkam nagaa jirtuu hiriyyoonni fi ilmaan teennaa hundii keessaanuu?. anis nagaa dha. kuni mat-dureen armaan olitti tuquuf yaalee kun waa'ee yaadaa gaabaabaa (episodic) xiqqoo jiruu fi jireenyaa ilmaan (sanyiin) margaa lafaarraa duguugamuu, sanyii namaa fi beeyladaatiin  agariisaa. kanaa keessa gaafilee gugurdoo hedduuttuu jiraa anaaf. isaanis 
  1. duguugamuun sanyii margaa namaaf beeyladaan jenneerra. kanaa keessatti haalaa kamiin?
  2. walittii hidhatii sanyii namaatiif beeyladaa maal fakkaata sanyii margaa lafarraa duguuguudhaaf?
  3. ergaa duguugamtee garuu miidhaan kan qaama duguugamee moo kan qaamaa duguugeeti?
isaan kanniinif hedduun  gaafii mataa kootiiti. haa tahuu namaa, horii fi margii lafaa tanaa walumaan waaqi gubbaatti  uumee. hunduumtuu waliif hirkoo tahuudhaan addunyaa kanaa irraa jiraachaa turan. haallii jiruu jireenyaa akkumaa jijjiiramaa dhufuun ilmii namaa rakkoo haalaa yeroo irraa kahuudhaan qonnaa jalaa qabee. ergaa qonnaa jalqabee garuuu sangaa yokaan loon mataa waltii hidhee meeshaalee akka akka walti xaxee sagaalee isaa lafaa keessa argachuuf dursaa magaa horii ykn sagalee sangaa sanii (margaa) lafarraa haxaawaa. sabaaba kanaaf sanyiin margaa hedduu baddee, kanattii aansee sanyiin loonii hedduun haqattoo nyaataatiin rakkoo hedduu keessaa seenee . anii isaa kanaaf deebi loonumaaf dhiisee????????? isii loon isan jireenya keessan akkasumaan ittii fuftan moo itti hin fuftan??? barbaaddan callisaa, barbaaddan dubbadha?? ka isanii tahuu gulaa bahaa... wannii anin isanii dhaamuu gabaabduu bori naa hin koomatinaa.............. ani dhaamsaa gaafi tiyyaa tokkottumaa isan  gaafadhee........ sullee shakkumaaf dhaamee ................................ kutaan lamaffaa ittii fufaa.........................

Sunday, 27 November 2016

Dabaa fi Cubbuu

Ilmaan boorana kessii isii nagaa. yaadi isaanis nagaa ykn qulqulluudha. ilmaan boorana jechuun namoota guyyaa keessa  dhufee naannoo sanaa qubatee kan bara 1991 asii hin dabalatuu. maalif dhimmaa innii dhufeeti fi waan innii ykn ishiin hojjachuu dhufteef irratti gaafii waan qabuuf, akkasums  hangaa gaafi tiyyaaf deebi argadhuttii miseensa kana keessatti haguugu hin barbaadu. kanaaf isaan sana dhiifne gamaa yaada kiyyaatti haa deemnuu.  akkuma armaan olitti argaa jirtaan mat-dureen yaadaa kiyyaa dabaaf cubbuu jedhaa.  isaanma ilmaan boorana jedhee armaan olittii daangaa baraa 1991 tiin daangeessee keessaa kaanneen dabaaaf cubbuun deeman bay'eedha. kunniin ammoo faayidaa dhuunfaa isaanif kaayoo ilmaan oromoos tahee kan ilmaan boorana bakka hin buhan/. warreen akkanaa carraa argannee fi waltajjii argannee irratti itti lakkisuu hin qabnuuu. horaa bulaa. gaafi kiyyaa guddaan gaafii baraati

Tuesday, 5 January 2016

gaaddisa ballittii

https://groups.yahoo.com/neo/groups/Gaaddisa-Boorantitti-Ballitti/conversations/topics

Thursday, 24 July 2014

analysis on oromo democratic front



OMN yokaan ka yoo dheeressanii barreessan oromoo miidiyaa network jedhamuuf hojjattoota miiidiyaa kana hundii keessanuu nagaa fayyaa qabduu isaniin jedhaa. Knattii aansee uummatii oromoo ummataa aadaa fi seenan isaa dhokatee hafee dha harkaaf hojii namaatin.  Akkasuma hardhaa garuu karaa ummanni oromoo ittiin hafuura baafateen fi karaa murteessaa qabsoo oromoo milkeessuu  keessaa innii guddaan ykn tokkoffaan OMN. kunin ammoo yaadaa dhokataa hanga ammaattii qabsoo oromoo sakaalee taawun gad fuudhanii diida kaawuuu.
Ammaa yaada kiyyaa ka kurfeeffadhee kaasuu  barbaaduu yaada ODF ka obboo leencoo lataan ogganamuu namaa dheengaddaa OMN  waliin haasa taasisee irrattii akka xinxala daragaaggoo oromoo tokkoottii yaada gabaaba diqqaa tokko isaaniiin gawuu barbaada. Kunin ammo maal yoo jettaan akkuma haasa isaa irraa hubachaa jirruu qabsoo oromoo milkaawuu dhowwee hangaa hardhaa sakaalee kaa taayen obboo leencoo lataa tawuun isaa eennufuu ifaa. Akkasuma ammallee namii paartii siyaasa tokko hogannuu ka beekkumsaa barnoota fi muuxannoo biyyaa alaallee, umriinis ta'ee qabuu yaadii innii namaa dhiyeessu ammo yaada nama amansiisee isaa faanaa nama hojjachiisuu nattii hin fakkaatuu. Ammaa ammoo kaayoo qabsoo addaa bilisummaa oromoo keessattii dalaga addaan nama qooduu waan dhabeef jechaa ummaatta oroomoo ka biiyyaa keessaa garbummaa umrii guutuu jalattii kufsiissuf  karoora inni mootummaa garboomsa biyyaatti waliin  baafatee dha. Kanaafu karoorii odf kunin karoora oromoo biyyaa jiraniif tokkumma dhowwaniin keessa isaa tokkoodhaa. Kanaafuu eennuuyyu yaada nama kana hubachuun gulaa fiiguu akkaa hin qabnetti nattii mullata. Kanaaf namoottan yaada obbo leencoo lataa kana jala fiigan namoota tokkumma oromootif yaadaa tokkolle hin qabnee dha.  Yeroon ummattii oroomoo garbummaa hamaan qabamee hidhaamaa jiruu, reebamaa jiruu, du’aa jiruu kanatti  yeroon hamaan kana caaluu waan jiruu natti hin fakkaatuu. garuu akkaa yaada isaattii  ethiopiaa  bakka gugurdaaa 3ttii qooodun ilaallee Ethiopia kaleessa ka oromoo awwaaluu barbaadduu, Ethiopia hardhaa ka mirgaa saboota wal hin qixxeessiine garuu ka oromoo akkaa sabaattii ilaaltuu, 3ffa Ethiopia borii  ka sabaa hundaa walqixxumma isaaa ilaaltu jedhaa. Garuu  nuuf Ethiopian hardhaa waraabessaa foon ilmaan oromoo naasuu tokko malee nyaatu dha. Kanaafuu namii kunin ykn leencoo lataa nama duraanuu ilmaan oromoo gurgurachaa turee  ka hardhallee nyaatee hin quufin tawuu isaa namuufuu ifaa. tanaafuu jabaannee ufirraa haa eegnuu isaniin jedhaa.



Saturday, 7 June 2014

miseensaf

miseensii keenna ka  GGG fi maqaan GGG lleen sababa dhaabateefi fi kaayoo dhaabateef qaba. akkasuma ammalle kaayoo dhaabbateefi fi galmaa mata isaa qabaa. kana namii milkeessuuf hojjatuu numaa miseensaa GGG kana cufaa. duuba dhiiroo guddoo bittinnoofnee, ammoo tulleen qilleensuma baraa ka dhufee dabruu kana malee akki biraalleen keessa hin jiruu. amma bultiin boqonnaa keennalleen yaa geette, waan ji'aa boqonnaa (foorfannoo) kanattii waltii qabanneelle in beettan, ergaan teenna ta gaafasilleen jaarsaa laafa fi abbooti gadaalleen yaayyuu baate, tunin ammaan tana fulaa namii ittii laafuu malee miti. aga dandeennuu carraaquu mallee keessattuu barataan faati.horaa bulaa deeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeebana!!!!!!!!!!!!

Friday, 6 June 2014

Waamicha miseensa gumii

Gumii oolmaa bultiin teessan nagayaa? nageenni keessan badhaadha? dhiyeenna kana eegii rabshaan dheengadda yuuniversity ethiopia keessa hundaa keessa turtee as ggg irrattii hin mullachuu hin dandeennee sababa rakkoo connectionati fi haaluma research eebbaa tokkoof guddoo busy ta'ee tanaaf isan irraa badee dhiifamaa naa tolchaa isaniin jedhaa.  tanattii aansee nuu miseensii ggg duriillee waan waliin lafa keeyyannee qabnaa, waan irrattii hojjachuutti jiruu qabna, waan karoora isii lafaa keeyyannee itti deema jirruu qabna.waan kakkana keessa waldeennaan teenna ta ji'aa boqonnaa isii tokkoo duriillee yaadii kunin fulumaa ejjuu qabaa amma mee namuu update uf-tolchaa,. namoottan hedduun ka  kara e-mail , facebooki, waan hedduun yaada keessan na biraan ga'aa jirtan ufumaa argaa busy ta'ee horaa bulaa isaniin jedhaa

Thursday, 22 May 2014

GORSAA DUBARTOOTAF


dubartoota teenna in jibbinu Nuu dhaltee,waliin dhalannee
obbolummaan ma marartee,hujii teesan irraa gaddee
indubadhuu incallisatti,nutti walmalee omaa inqamnee
dhiraaf dubra waltii laalan,hujii dubartoota manmee
waan ammaa keesan nu jirtaan,afaani udduu walaallee
waan isaan  taatan sodaanna,karaayyu baau dadhamne
cufti fashion jettee,wayya dhiifte qullaa yaate
ingorfanna itti dubanna,namum bisaan dhakaatti naqee
cuftumaan issi il gogaa,daba akhana takka ingarre
modern jette qulla yaati,akka wan tun beekumsa taate
akka bari jiru gul-oriine,nuu waltufachuu imalle
dansaf amtulle irratti,gorsa walii kennu malee
gosaaf aadaa teena kabajnan,maanti cite nurra badee
ceera fokkon  waaqi nu dhale,cuf-karaa keesaniin baddee
isii obbolleeyyan tiyyaa,isan ma ceera nama inqamnee.*2
                                           olitti dubartooti teena,ceera fokko nama qabdi
                                           ta bara ammaa tana,cufa quba ila nama kaau gamti
                                           tamaarte baruumsa qabdi,gorsaa namatu caqafti
                                           Fuula jaroota qarqattu,karaa irraa olii gad-marti
                                           jaarotaan inmarii'attu,garuum feete deemtte galti
                                           abba adhaa obbolleessa,waan irraa ceertufu qadbi
                                           waan nami irra injaalanne,waan amaamtu tokkotti gamti
                                          mata dhalootatiinini,cuftii mataa dhibii qabdi
                                          shiidaf iskattiin daaluma,hedduun isii hidhaa qabdi
                                          ta hidhaa in naqanneelle,wayaan isii naf qaqabdi
                                          cufa ilum walii laaltii,wom haraa bibbitte galti
                                          nafum ufii dhidhiiqattee iltii kulaa, afaan wa diddiibatti
                                          taa duraan beekaniinini,cuftii bifa dhibii qabdi
                                          gorsuu feena dandeenna,dubbiiyyuu nuu jala qabdi
                                          callisullee indandeennu,iltii waan amttuu nu garti
                                          gaafachullee indandeennuu,cuftummaanu mirgaa qabdi
                                          mirgaa isii tundhaa injennee,bori iftallee mirgaa inqabdi
                                          waanni callissu dadhamneef,gostii teennaa aadaa qabdi
                                          issiillen obbolla teenna,maqaa 1 nu waliin qabdi
                                          gostii cuf-ammaa ufbarte,yaada aadaa guddiissuu qabdi
                                          yoo callimnee ittii laallee,aadaan dansaan tun inbaddi
                                           nullee tanatti nuu dubbiisse,aadaa irraatti midhaa qabdii.*2
 karum keessa khanan,ormii nukeessa galutti jira                             .                      
 jabbeenna lafiinna gosaa,kuno cufa barutti jira
woma dhofachu indandeennu,wan nu taanu cuf-argutti jira
man nutti ormaan fira,finna waltii qamnutti jira
akka warratti nu dhabani,cuftii jireenna khenna jibba
karaa dandau cufaanu,amtuu nurratti yaadutti jira
isaninii wantee tolfatee, boba jal-nu galutti jira
mana keennattu olgalee,gulanta nu dabrutti jira
siriin uummata keenna,isaniin bautti jiraa

waa khana ufirra laala beenni isaniin badutti jira*2